Maarqos 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Macaafni, ?Ilaa, ergamaa koo isa karaa siif qopheessu si dura nan erga!? in jedha. Macaafa Isaayaas raajichaa keessatti immoo*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Kitaaba Isaayyaas raajichaa keessatti akkana jedhamee barreeffameera: “Kunoo, ani ergamaa koo isa karaa kee qopheessu, si dura nan erga;” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ክታበ እሳያስ ራጅቻ ኬሰት አከነ ጄዸሜ በሬፈሜረ፦ “ኩኖ፣ አን ኤርገማኮ እሰ ከራኬ ቆጴሱ፣ ስ ዱረ ነንኤርገ፤” Viz kapitola |