Luqaas 1:64 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo64 Achumaan Zakaariyaas arrabni isaa hiikamnaan dubbachuu danda'e, hundumaa duras Waaqayyoon galateeffachuu jalqabe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa64 Yommusuma afaan isaa banamee arrabni isaa hiikame; innis Waaqa galateeffachuudhaan dubbachuu jalqabe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ64 ዮሙሱመ አፋንሳ በነሜ አረብንሳ ሂከሜ፤ እንስ ዋቀ ገለቴፈቹዻን ዱበቹ ጀልቀቤ። Viz kapitola |