Luqaas 1:42 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo42 Sagalee ishee ol fudhattee dhageessiftees, ?Ati dubartoota hundumaa irra eebbifamtuu dha; mucaan ati garaatti baattus eebbifamaa dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa42 Isheenis sagalee ishee ol fudhattee iyyitee akkana jette; “Ati dubartoota keessaa eebbifamtuu dha; mucaan ati deessus eebbifamaa dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ42 እሼንስ ሰገሌሼ ኦል ፉዸቴ እይቴ አከነ ጄቴ፤ “አት ዱበርቶተ ኬሳ ኤብፈምቱዸ፤ ሙጫን አት ዴሱስ ኤብፈማዸ። Viz kapitola |