Luqaas 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Zakaariyaas yommus ergamichaan, ?Kun akka ta'u attamittan beeka? Anoo dulloomeera, haati manaa koos barri ishee darbeera? jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Zakkaariyaasis, “Ani akkamittin kana beeka? Ani dulloomeera; umuriin niitii kootiis deemee jira” jedhee ergamaa sana gaafate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዘካርያስስ፣ “አን አከምን ከነ ቤከ? አን ዱሎሜረ፤ ኡሙሪን ኒቲኮቲስ ዴሜረ” ጄዼ ኤርገማ ሰነ ጋፈቴ። Viz kapitola |