Luqaas 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ergamichi immoo itti dubbatee, ?Yaa Zakaariyaas hin sodaatin! Waaqayyo kadhannaa kee dhaga'eera'o, Elsaabex haati manaa kee ilma siif in deessi, maqaa isaas Yohannis jettee in moggaafta. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Ergamaan sun garuu akkana isaan jedhe; “Yaa Zakkaariyaas, hin sodaatin; kadhannaan kee dhagaʼameera. Niitiin kee Elsaabeex ilma siif deessi; atis maqaa isaa Yohannis jedhii moggaasi. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኤርገማን ሱን ገሩ አከነ እሳን ጄዼ፤ “ያ ዘካርያስ፣ ህንሶዳትን፤ ከዸትናንኬ ዸገአሜረ። ኒቲንኬ ኤልሳቤጥ እልመ ሲፍ ዴስ፤ አትስ መቃሳ ዮሀንስ ጄዺ ሞጋስ። Viz kapitola |