Lewwota 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 <<Kennaan isaa kun karra sa'aa keessaa qalma gubatuuf kennama yoo ta'e, dibicha mudaa hin qabne haa ta'u! Ana Waaqayyo duratti fudhatamaa akka inni ta'uufitti namichi balbala dunkaana itti wal ga'anii sana duratti haa dhi'eessu*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 “ ‘Yoo kennaan sun qalma gubamu kan karra loonii taʼe, namichi sun korma hirʼina hin qabne haa dhiʼeessu. Akka aarsaan sun fuula Waaqayyoo duratti fudhatama argatuufis balbala dunkaana wal gaʼii duratti haa dhiʼeessu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 “ ‘ዮ ኬናን ሱን ቀልመ ጉበሙ ከን ከረ ሎኒ ተኤ፣ ነምች ሱን ኮርመ ህርእነ ህንቀብኔ ሃዽኤሱ። አከ ኣርሳን ሱን ፉለ ዋቀዮ ዱረት ፉዸተመ አርገቱፍስ በልበለ ዱንካነ ወል ገኢ ዱረት ሃዽኤሱ። Viz kapitola |