Lallaba 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Dhaloonni tokko in darba, dhaloonni biraas in dhufa; lafti garuu yeroo hundumaaf dhaabatee in hafa*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Dhaloonni ni dhufa; dhaloonni ni darba; lafti garuu bara baraan jiraatti. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዸሎትን ንዹፈ፤ ዸሎትን ንደርበ፤ ለፍት ገሩ በረ በራን ጅራት። Viz kapitola |