Lallaba 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Ogummaa, maraatummaa, gowwummaas gargar baasee beekuudhaaf itti nan yaade, kunis immoo akka nama qilleensa ari'uu akka ta'e nan hubadhe*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Kanaafuu ani ogummaa, maraatummaa fi gowwummaa hubachuufin of kenne; garuu ani akka wanni kunis bubbee ariʼuu taʼe nan baradhe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ከናፉ አን ኦጉማ፣ መራቱማፊ ጎዉማ ሁበቹፍን ኦፍ ኬኔ፤ ገሩ አን አከ ወን ኩንስ ቡቤ አርኡ ተኤ ነንበረዼ። Viz kapitola |