Lallaba 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Ani,<<Kunoo, ani warra ana dura Yerusaalem irratti mootii turan hundumaa caalaa, nama guddaa ta'eera, ogummaas baay'ifadheera>> jedhee garaa kootti nan yaade*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Anis akkana jedheen yaade; “Kunoo, ani nama anaan dura Yerusaalemin bulchaa ture kam iyyuu caalaa guddadhee ogummaas dabaladheera; ani muuxannoo ogummaatii fi beekumsaa guddaa argadheera.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 አንስ አከነ ጄዼን ያዴ፤ “ኩኖ፣ አን ነመ አናን ዱረ ዬሩሳሌምን ቡልቻ ቱሬ ከምዩ ጫላ ጉደዼ ኦጉማስ ደበለዼረ፤ አን ሙጠኖ ኦጉማቲፊ ቤኩምሳ ጉዳ አርገዼረ።” Viz kapitola |