Lakkoobsa 1:54 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo54 Namoonni Israa'el waan hundumaa akkuma Waaqayyo Musee abboometti in godhan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa54 Israaʼeloonni akkuma Waaqayyo Musee ajaje sanatti waan kana hunda hojjetan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ54 እስራኤሎን አኩመ ዋቀዮ ሙሴ አጀጄ ሰነት ዋን ከነ ሁንደ ሆጄተን። Viz kapitola |