Lakkoobsa 1:53 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo53 Dheekkamsi waldaa namoota Israa'elitti akka hin dhufnetti, warri Lewwootaa naannoo godoo dhuga-baatuu sanaa haa buufatan! Godicha dhuga-baatuu isa itti gaafataman sanas haa eegan!>> jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa53 Taʼus Lewwonni akka dheekkamsi Waaqayyoo waldaa Israaʼelitti gad hin buuneef dunkaanota isaanii naannoo dunkaana dhuga baʼumsaa haa dhadhaabatan. Lewwonni eegumsa dunkaana dhuga baʼumsaatti itti gaafatamtoota taʼuu qabu.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ53 ተኡስ ሌዎትን አከ ዼከምስ ዋቀዮ ወልዳ እስራኤልት ገድ ህንቡኔፍ ዱንካኖተሳኒ ናኖ ዱንካነ ዹገ በኡምሳ ሃዸዻበተን። ሌዎትን ኤጉምሰ ዱንካነ ዹገ በኡምሳት እት ጋፈተምቶተ ተኡ ቀቡ።” Viz kapitola |