Online Bible

- Reklamy -




Lakkoobsa 1:52 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

52 Namoonni Israa'el yommuu buufatan adduma addaan akka iddoo buufata isaaniitti, akka faajjii isaaniitti, akka kutata loltuu isaaniittis dunkaana in dhadhaabbatu.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

52 Israaʼeloonnis tokkoon tokkoon namaa qubata isaa keessaa fi faajjii isaa jalatti kutaa kutaadhaan dunkaana isaanii haa dhaabbatan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

52 እስራኤሎንስ ቶኮን ቶኮን ነማ ቁበተሳ ኬሳፊ ፋጂሳ ጀለት ኩታ ኩታዻን ዱንካነሳኒ ሃዻበተን።

Viz kapitola kopírovat




Lakkoobsa 1:52

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy