Lakkoobsa 1:44 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo44 Warri Museenii fi Aaron angafoota kudha lamaan warra gosa gosa isaanii keessaa fo'amanii geggeessitoota Israa'el ta'anii wajjin lakkaa'an isaan kana. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa44 Dhiironni kunneen warra Musee fi Aroon hangafoota Israaʼel kudha lamaaniin lakkaaʼaman turan; hangafoonni kunneenis tokkoon tokkoon isaanii iddoo buʼoota maatii isaanii turan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ44 ዺሮትን ኩኔን ወረ ሙሴፊ አሮን ሀንገፎተ እስራኤል ኩዸ ለማኒን ለካአመን ቱረን፤ ሀንገፎትን ኩኔንስ ቶኮን ቶኮንሳኒ እዶ ቡኦተ ማቲሳኒ ቱረን። Viz kapitola |