Lakkoobsa 1:38 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo38 Gosa Daan keessaa namoonni waggaan isaanii digdama guutee fi warri waggaa digdamaa olii, lola dhaquu kan danda'an hundinuu akka qomoo qomoo isaaniitti, akka mana mana abbaa isaaniitti in caafaman. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa38 Sanyii Daan keessaa: Dhiironni umuriin isaanii waggaa digdamaatii fi hammasii olii kanneen lola dhaquu dandaʼan hundinuu akkuma galmee balbalaa fi maatii isaaniitti maqaa maqaadhaan barreeffaman. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ38 ሰኚ ዳን ኬሳ፦ ዺሮትን ኡሙሪንሳኒ ወጋ ድግደማቲፊ ሀመሲ ኦሊ ከኔን ሎለ ዸቁ ደንደአን ሁንድኑ አኩመ ገልሜ በልበላፊ ማቲሳኒት መቃ መቃዻን በሬፈመን። Viz kapitola |