Lakkoobsa 1:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Gosa Zebuloon keessaa namoonni waggaan isaanii digdama guutee fi warri waggaa digdamaa olii, lola dhaquu kan danda'an hundinuu akka qomoo qomoo isaaniitti, akka mana mana abbaa isaaniitti in caafaman. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 Sanyii Zebuuloon keessaa: Dhiironni umuriin isaanii waggaa digdamaatii fi hammasii olii kanneen lola dhaquu dandaʼan hundinuu akkuma galmeewwan balbalaa fi maatii isaaniitti maqaa maqaadhaan barreeffaman. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 ሰኚ ዜቡሎን ኬሳ፦ ዺሮትን ኡሙሪንሳኒ ወጋ ድግደማቲፊ ሀመሲ ኦሊ ከኔን ሎለ ዸቁ ደንደአን ሁንድኑ አኩመ ገልሜወን በልበላፊ ማቲሳኒት መቃ መቃዻን በሬፈመን። Viz kapitola |