Lakkoobsa 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Gosa Ruuben ilma Yaaqoob isa angafaa keessaa dhiironni warri waggaan isaanii digdama guutee fi warri waggaa digdamaa olii, lola dhaquu kan danda'an hundinuu akka qomoo qomoo isaaniitti, akka mana mana abbaa isaaniitti tokko tokkoon in caafaman. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Sanyii Ruubeen ilma Israaʼel hangaftichaa keessaa: Dhiironni umuriin isaanii waggaa digdamaatii fi hammasii olii kanneen lola dhaquu dandaʼan hundinuu akkuma galmee balbalaa fi maatii isaaniitti tokko tokkoon maqaa maqaadhaan barreeffaman. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ሰኚ ሩቤን እልመ እስራኤል ሀንገፍትቻ ኬሳ፦ ዺሮትን ኡሙሪንሳኒ ወጋ ድግደማቲፊ ሀመሲ ኦሊ ከኔን ሎለ ዸቁ ደንደአን ሁንድኑ አኩመ ገልሜ በልበላፊ ማቲሳኒት ቶኮ ቶኮን መቃ መቃዻን በሬፈመን። Viz kapitola |