Lakkoobsa 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 ji'a lammaffaa keessaa guyyaa jalqabaatti, guutummaa waldichaa walitti qabanii, dhiirota warra waggaa digdamaa fi warra digdamaa olii, akka qomoo qomoo isaaniitti, akka mana mana abbaa isaaniitti tokkon tokkon isaanii in caafan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 guyyaa jalqaba jiʼa lammaffaatti waldaa hunda walitti waaman. Namoonni sunis akkuma balbalaa fi maatii isaaniitti hidda dhaloota isaanii himatan; dhiironni umuriin isaanii waggaa digdamaatii fi hammasii olii maqaan isaanii tokko tokkoon galmeeffame; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ጉያ ጀልቀበ ጅአ ለመፋት ወልዳ ሁንደ ወልት ዋመን። ነሞትን ሱንስ አኩመ በልበላፊ ማቲሳኒት ህደ ዸሎተሳኒ ህመተን፤ ዺሮትን ኡሙሪንሳኒ ወጋ ድግደማቲፊ ሀመሲ ኦሊ መቃንሳኒ ቶኮ ቶኮን ገልሜፈሜ፤ Viz kapitola |