Online Bible

- Reklamy -




Lakkoobsa 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Warri waldicha keessaa mana abboota isaaniitti geggeessitoota qomoo fi dura-buutuu kumaatama Israa'el ta'anii fo'aman isaan kana turan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Namoonni kunneen warra dura buʼoota gosoota abbootii isaanii taʼanii waldaa sana keessaa filatamanii dha. Isaanis hangafoota balbalawwan Israaʼel turan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ነሞትን ኩኔን ወረ ዱረ ቡኦተ ጎሶተ አቦቲሳኒ ተአኒ ወልዳ ሰነ ኬሳ ፍለተመኒዸ። እሳንስ ሀንገፎተ በልበለወን እስራኤል ቱረን።

Viz kapitola kopírovat




Lakkoobsa 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy