አቦቲ ሙርቲ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kana booddee namoonni Yihudaa Kana'aanota warra biyya gaaraa, biyya gara mirgaatii fi gammoojii jiraatan loluudhaaf in ba'an*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ergasiis namoonni Yihuudaa Kanaʼaanota biyya gaaraa, Negeebii fi gammoojjii karaa lixa biiftuu keessa jiraatan loluudhaaf gad buʼan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤርገሲስ ነሞትን ይሁዳ ከነኣኖተ ብየ ጋራ፣ ኔጌቢፊ ገሞጂ ከራ ልጠ ቢፍቱ ኬሰ ጅራተን ሎሉዻፍ ገድ ቡአን። Viz kapitola |