Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Namoonni Yihudaa yommuu lolaaf ba'anittis Waaqayyo Kana'aanotaa fi Pheriizota harka isaanii jala waan galcheef, mandara Bezeq biratti namoota kuma kudhan in rukutan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Yommuu Yihuudaan baʼettis Waaqayyo Kanaʼaanotaa fi Feerzota dabarsee harka isaaniitti kenne; isaanis iddoo Bezeq jedhamutti nama kuma kudhan fixan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዮሙ ይሁዳን በኤትስ ዋቀዮ ከነኣኖታፊ ፌርዞተ ደበርሴ ሀርከሳኒት ኬኔ፤ እሳንስ እዶ ቤዜቅ ጄዸሙት ነመ ኩመ ኩዸን ፍጠን።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy