Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:35 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

35 Warri Amoorotaa tulluu Heres irra, Ayalonii fi Sha'albiim keessa jiraachuuf kutanii turan; sanyiin Yoseef garuu qabaa cimaadhaan qabanii, hojii humnaa akka isaaniif hojjetaniif in giddisiisan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

35 Amooronnis itti fufanii Tulluu Herees irra, Ayaaloonii fi Shaʼalbiim keessa jiraatan; garuu yommuu humni mana Yoosef jabaachaa dhufetti isaanis hojii humnaa isaanii hojjechuuf dirqisiifaman.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

35 አሞሮትንስ እት ፉፈኒ ቱሉ ሄሬስረ፣ አያሎኒፊ ሸአልቢም ኬሰ ጅራተን፤ ገሩ ዮሙ ሁምን መነ ዮሴፍ ጀባቻ ዹፌት እሳንስ ሆጂ ሁምና እሳኒ ሆጄቹፍ ድርቅሲፈመን።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:35

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy