አቦቲ ሙርቲ 1:32 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Akkasitti gosi Asheer Kana'aanota achi jiraachaa turanii wajjin jiraatan malee, ari'anii isaan hin baafne. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 namoonni Aasheer sababii isaan jara ariʼanii hin baasiniif Kanaʼaanota biyya sana jiran gidduu jiraatan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 ነሞትን ኣሼር ሰበቢ እሳን ጀረ አርአኒ ህንባስኒፍ ከነኣኖተ ብየ ሰነ ጅረን ግዱ ጅራተን። Viz kapitola |