አቦቲ ሙርቲ 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Namoonni Yihudaas obboloota isaanii namoota Shimi'ooniin,<<Kana'aanota loluudhaaf ka'aatii nuu wajjin gara biyya ga'aa keenyaa dhaqaa! Akkasuma nuyis gara biyya ga'aa keessanii isinii wajjin in dhaqna>> jedhan; namoonni Shimi'oonis isaanii wajjin in dhaqan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Namoonni Yihuudaas obboloota isaanii ilmaan Simiʼooniin, “Kottaa gara lafa qooda keenyaatti Kanaʼaanota loluuf wajjin baanaa; nus gama keenyaan gara lafa qooda keessaniitti isin wajjin ni baanaa” jedhan. Kanaafuu namoonni Simiʼoon isaan wajjin baʼan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ነሞትን ይሁዳስ ኦቦሎተሳኒ እልማን ስምኦኒን፣ “ኮታ ገረ ለፈ ቆደኬኛት ከነኣኖተ ሎሉፍ ወጅን ባና፤ ኑስ ገመኬኛን ገረ ለፈ ቆደኬሰኒት እስን ወጅን ንባና” ጄዸን። ከናፉ ነሞትን ስምኦን እሳን ወጅን በአን። Viz kapitola |