Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

29 Gosi Efreem Kana'aanota mandara Gezer keessa jiraatan ari'anii hin baafne; kanaaf Kana'aanonni isaanumaa wajjin Gezer keessa in jiraatan*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

29 Efreemis Kanaʼaanota Geezir keessa jiraatan achii hin baafne; Kanaʼaanonni garuu ittuma fufanii achuma isaan gidduu jiraatan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

29 ኤፍሬምስ ከነኣኖተ ጌዝር ኬሰ ጅራተን አቺ ህንባፍኔ፤ ከነኣኖትን ገሩ እቱመ ፉፈኒ አቹመ እሳን ግዱ ጅራተን።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:29

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy