አቦቲ ሙርቲ 1:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Israa'eloonni erga jabaatanii warra Kana'aanotaa giddisiisanii hojii humnaa isaan hojjechiifatan malee, raawwatanii hunduma isaanii ari'anii hin baafne*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Israaʼeloonni yommuu jabaachaa dhufanitti akka isaan hojii humnaa hojjetan isaan dirqisiisan malee Kanaʼaanota guutumaan guutuutti achii hin baafne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 እስራኤሎን ዮሙ ጀባቻ ዹፈንት አከ እሳን ሆጂ ሁምና ሆጄተን እሳን ድርቅሲሰን መሌ ከነኣኖተ ጉቱማን ጉቱት አቺ ህንባፍኔ። Viz kapitola |