Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 Warri gaadduun sunis nama mandaricha keessaa ba'ee adeemaa jiru arganii,<<Attamitti mandarattiitti galuu akka dandeenyu nutti argisiisi! Nuyis wanta gaarii siif in goona>> jedhaniin.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 basaastonni sun namicha magaalaadhaa baʼee dhufu tokko arganii, “Karaa ittiin magaalaa seenan nu argisiisi; nus waan gaarii siif goona” jedhaniin.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 በሳስቶትን ሱን ነምቸ መጋላዻ በኤ ዹፉ ቶኮ አርገኒ፣ “ከራ እቲን መጋላ ሴነን ኑ አርግሲስ፤ ኑስ ዋን ጋሪ ሲፍ ጎነ” ጄዸኒን።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:24

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy