አቦቲ ሙርቲ 1:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Gosi Yoseef mandara Bet'el rukutuudhaaf yommuu ba'an, Waaqayyo isaanii wajjin ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Gosti Yoosef immoo Beetʼeel waraanan; Waaqayyos isaan wajjin ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ጎስት ዮሴፍሞ ቤትኤል ወራነን፤ ዋቀዮስ እሳን ወጅን ቱሬ። Viz kapitola |