አቦቲ ሙርቲ 1:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Namoonni Benyaamiin garuu Yibusoota ari'anii Yerusaalem keessaa waan hin baasiniif, isaan hamma har'aatti iyyuu ijoollee Benyaamiinii wajjin Yerusaalem keessa in jiraatu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Ijoolleen Beniyaam garuu Yebuusota Yerusaalem keessa jiraachaa turan sana achii baasuu hin dandeenye; hamma ammaatti Yebuusonni Beniyaamota wajjin iddoo sana jiraatan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እጆሌን ቤንያም ገሩ ዬቡሶተ ዬሩሳሌም ኬሰ ጅራቻ ቱረን ሰነ አቺ ባሱ ህንደንዴኜ፤ ሀመ አማት ዬቡሶን ቤንያሞተ ወጅን እዶ ሰነ ጅራተን። Viz kapitola |