አቦቲ ሙርቲ 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Akkuma Museen duraan dursee dubbatetti mandara Kebroon Kaalebiif in kennan; inni immoo ijoollee Aanaaq sadan ari'ee in baase*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Akkuma Museen abdachiisee turetti Kebroon Kaalebiif kennamte; innis ilmaan Anaaq sadan achii ariʼee baase. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አኩመ ሙሴን አብደቺሴ ቱሬት ኬብሮን ካሌቢፍ ኬነምቴ፤ እንስ እልማን አናቅ ሰደን አቺ አርኤ ባሴ። Viz kapitola |