Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Waaqayyos deebisee,<<Namoonni Yihudaa isin dura haa bu'an! Kunoo ani immoo biyyichi harka isaanii jala akka galu godheera>> jedheen.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Waaqayyos, “Yihuudaan dursee haa baʼu; kunoo, ani biyyattii dabarsee harka isaatti kenneera” jedhee deebiseef.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ዋቀዮስ፣ “ይሁዳን ዱርሴ ሃበኡ፤ ኩኖ፣ አን ብየቲ ደበርሴ ሀርከሳት ኬኔረ” ጄዼ ዴብሴፍ።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:2

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy