Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Waaqayyo namoota Yihudaa wajjin waan tureef, biyya gaaraa sana qabachuu in danda'an; garuu warri dachaa keessa jiraatan konkolaataa sibiilaa qabu waan turaniif, ari'anii isaan baasuu hin dandeenye*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Waaqayyo namoota Yihuudaa wajjin ture. Kanaafuu isaan biyya gaaraa sana qabatan; garuu sababii namoonni dirree irra jiraatan gaariiwwan sibiilaa qabaniif achii isaan baasuu hin dandeenye.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ዋቀዮ ነሞተ ይሁዳ ወጅን ቱሬ። ከናፉ እሳን ብየ ጋራ ሰነ ቀበተን፤ ገሩ ሰበቢ ነሞትን ድሬረ ጅራተን ጋሪወን ስቢላ ቀበኒፍ አቺ እሳን ባሱ ህንደንዴኜ።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:19

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy