Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Namoonni Yihudaas obboloota isaanii namoota Shimi'oonii wajjin gara mandara Zifaat dhaqanii, Kana'aanota achi jiraatan rukutanii mandarattii in balleessan; kanaaf maqaan mandarattii<<Hormaa>> jedhamee waamame*; [<<Hormaa>> jechuun <<Badiisa>> jechuu dha].

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Namoonni Yihuudaa obboloota isaanii ilmaan Simiʼoon wajjin dhaqanii Kanaʼaanota Zefaati keessa jiraatan waraanan; magaalattiis guutumaan guutuutti barbadeessan. Kanaafuu magaalattiin Hormaa jedhamtee waamamte.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ነሞትን ይሁዳ ኦቦሎተሳኒ እልማን ስምኦን ወጅን ዸቀኒ ከነኣኖተ ዜፋት ኬሰ ጅራተን ወራነን፤ መጋለቲስ ጉቱማን ጉቱት በርበዴሰን። ከናፉ መጋለቲን ሆርማ ጄዸምቴ ዋመምቴ።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:17

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy