አቦቲ ሙርቲ 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Sanyiin abbiyyuu Musee isa Qenichaa namoota Yihudaa wajjin mandara meexxiitii ba'anii kutaa biyya Yihudaa keessaa gara lafa onaa isa gara mirgaa mandara Araaditti argamutti ol ba'anii, saba biyya sanaa wajjin in jiraatan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Sanyiiwwan Qeenii namicha abbaa niitii Musee sanaa namoota gammoojjii Yihuudaa keessa Negeeb ishee Aaraad biratti argamtu keessa jiraatan gidduu jiraachuuf jedhanii namoota Yihuudaa wajjin Magaalaa Meexxiitii ol baʼan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ሰኚወን ቄኒ ነምቸ አባ ኒቲ ሙሴ ሰና ነሞተ ገሞጂ ይሁዳ ኬሰ ኔጌብ እሼ ኣራድ ብረት አርገምቱ ኬሰ ጅራተን ግዱ ጅራቹፍ ጄዸኒ ነሞተ ይሁዳ ወጅን መጋላ ሜጢቲ ኦል በአን። Viz kapitola |