Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Isheen Otnii'el bira yommuu dhufte, inni abbaa ishee biraa maasii akka isheedhaaf kadhatuuf in giddisiifte; yeroo isheen harree irraa buutes Kaaleb,<<Maal feeta?>> isheedhaan jedhe.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Isheenis yeroo gara Otniiʼeel dhuftetti, akka inni abbaa ishee lafa qotiisaa kadhatu isa kakaafte. Kaalebis yommuu isheen harree ishee irraa buutetti, “Ani maal siif godhu?” jedhee ishee gaafate.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 እሼንስ ዬሮ ገረ ኦትኒኤል ዹፍቴት፣ አከ እን አባሼ ለፈ ቆቲሳ ከዸቱ እሰ ከካፍቴ። ካሌብስ ዮሙ እሼን ሀሬሼራ ቡቴት፣ “አን ማል ሲፍ ጎዹ?” ጄዼ እሼ ጋፈቴ።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:14

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy