Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Egaa Otnii'el ilmi Qenaz mandaricha in qabate; Qenaz kun obboleessa Kaaleb isa quxisuu dha; Kaalebis intala isaa Aksaa Otnii'elitti in heerumsiise.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Obboleessi Kaaleb quxisuun, Otniiʼeel ilmi Qenaz magaalattii qabate; Kaalebis intala isaa Aaksaa isatti heerumsiise.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ኦቦሌስ ካሌብ ቁጥሱን፣ ኦትኒኤል እልም ቄነዝ መጋለቲ ቀበቴ፤ ካሌብስ እንተለሳ ኣክሳ እሰት ሄሩምሲሴ።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy