አቦቲ ሙርቲ 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Namoonni Yihudaa ammas Kana'aanota mandara Kebroon keessa jiraatan loluudhaaf dhaqanii, namoota Sheshaayi, namoota Ahimaanii fi namoota Talmaayi in ajjeesan; maqaan mandara Kebroon dur<<Kiriiyat-Arbaa>> jedhama ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Namoota Kanaʼaan kanneen Kebroon ishee dur Kiriyaati Arbaaq jedhamtu keessa jiraatanittis duulanii Sheeshaayiin, Ahiimanii fi Talmaayin moʼatan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ነሞተ ከነኣን ከኔን ኬብሮን እሼ ዱር ክርያት አርባቅ ጄዸምቱ ኬሰ ጅራተንትስ ዱለኒ ሼሻዪን፣ አሂመኒፊ ተልማይን ሞአተን። Viz kapitola |