Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Gaaf tokko warri waaqa irraa <<Ilmaan Waaqayyoo>> jedhaman fuula Waaqayyoo duratti argamuudhaaf in dhufan; Seexannis isaan gidduutti in argame*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Gaaf tokko yeroo ergamoonni Waaqayyoo fuula Waaqayyoo duratti dhiʼaachuuf dhufanitti Seexannis isaan wajjin dhufe.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ጋፍ ቶኮ ዬሮ ኤርገሞትን ዋቀዮ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ዽኣቹፍ ዹፈንት ሴጠንስ እሳን ወጅን ዹፌ።

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:6

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy