Iyyoob 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ilmaan namichaa darabee darabeedhaan mana mana isaaniitti nyaachisa waliif in godhu; obboleettonni isaanii sadanis isaanii wajjin nyaatanii akka dhuganiif erganii in waamsisu turan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ilmaan isaas mana isaaniitti dabaree dabareedhaan cidha qopheessanii akka isaan wajjin nyaatanii dhuganiif obboleettota isaanii sadan affeeru ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እልማንሳስ መነሳኒት ደበሬ ደበሬዻን ጭዸ ቆጴሰኒ አከ እሳን ወጅን ኛተኒ ዹገኒፍ ኦቦሌቶተሳኒ ሰደን አፌሩ ቱሬ። Viz kapitola |