Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Akkasumas hojjetoota sonaan baay'ee, hoolota kuma torba, gaalota kuma sadii, qotiyyoo cimdii dhibba shanii fi harroota dhaltuu dhibba shan qaba. Namoota gara ba'a-biiftuu jiraatan hundumaa keessaa inni nama guddaa ture.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 akkasumas hoolota kuma torba, gaala kuma sadii, qotiyyoo cimdii dhibba shanii fi harroota dhibba shan, tajaajiltoota hedduus qaba ture; innis namoota biyya Baʼa Biiftuu jiraatan hunda keessaa nama guddaa ture.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 አከሱመስ ሆሎተ ኩመ ቶርበ፣ ጋለ ኩመ ሰዲ፣ ቆትዮ ጭምዲ ዽበ ሸኒፊ ሀሮተ ዽበ ሸን፣ ተጃጅልቶተ ሄዱስ ቀበ ቱሬ፤ እንስ ነሞተ ብየ በአ ቢፍቱ ጅራተን ሁንደ ኬሳ ነመ ጉዳ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy