Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Kana irratti Iyoob lafaa ka'ee gadda irraa kan ka'es uffata isaa tarsaasee, mataa isaas haaddatee, lafatti gad gombifamee in sagade*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Kana irratti Iyyoob uffata isaa tarsaasee mataa isaa haaddate. Lafatti gombifamee sagadee

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ከነረት እዮብ ኡፈተሳ ተርሳሴ መታሳ ሃደቴ። ለፈት ጎምብፈሜ ሰገዴ

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:20

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy