Iyyoob 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 kunoo, qilleensi jabaan tokko lafa onaatii dhufee, golee manichaa arfan in rukute; yommus manichi ijoollota irratti in jige, ijoollonnis in dhuman; ana duwwaatu jalaa ba'ee, kana sitti himuudhaaf dhufe>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 yeroo kanattis bubbee hamaan akka tasaa gammoojjiidhaa kaʼee golee mana sanaa afran dhaʼe; manni sunis isaan irratti jigee dhuman; ana qofatu miliqee sitti himuuf dhufe!” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ዬሮ ከነትስ ቡቤ ሀማን አከ ተሳ ገሞጂዻ ከኤ ጎሌ መነ ሰና አፍረን ዸኤ፤ መን ሱንስ እሳንረት ጅጌ ዹመን፤ አነ ቆፈቱ ምልቄ ስት ህሙፍ ዹፌ!” Viz kapitola |