Online Bible

- Reklamy -




Iyyoob 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Inni kunis dubbatee utuu afaanii hin fixin, namni kan biraa tokkos immoo dhufee,<<Warri Kaldootaa kutata sadiitti hiramanii, dingata irra ba'anii gaalota ooffatanii adeeman; hojjetootas billaadhaan in ajjeesan; ana duwwaatu jalaa ba'ee, kana sitti himuudhaaf dhufe>> jedhe.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Utuu inni dubbachaa jiruu ammas ergamaan biraa dhufee, “Kaldoonni garee sadiitti qoodamanii gaalawwan kee irra yaaʼanii isaan oofatanii deeman; tajaajiltootas goraadeedhaan fixan; ana qofatu miliqee sitti himuuf dhufe!” jedhe.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ኡቱ እን ዱበቻ ጅሩ አመስ ኤርገማን ብራ ዹፌ፣ “ከልዶን ገሬ ሰዲት ቆደመኒ ጋለወንኬረ ያአኒ እሳን ኦፈተኒ ዴመን፤ ተጃጅልቶተስ ጎራዴዻን ፍጠን፤ አነ ቆፈቱ ምልቄ ስት ህሙፍ ዹፌ!” ጄዼ።

Viz kapitola kopírovat




Iyyoob 1:17

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy