Iyyoob 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Waaqayyo immoo Seexanaan,<<Kunoo, wanti inni qabu hundinuu harka kee keessa jira, Iyoobitti garuu quba kee hin buusin!>> jedhe; kana booddee Seexanni fuula Waaqayyoo duraa in adeeme. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Waaqayyos Seexanaan, “Kunoo, wanti inni qabu hundi si harka jira; isa garuu qubaanuu hin tuqin” jedhe. Sana booddee Seexanni fuula Waaqayyoo duraa baʼee deeme. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዋቀዮስ ሴጠናን፣ “ኩኖ፣ ወንት እን ቀቡ ሁንድ ስ ሀርከ ጅረ፤ እሰ ገሩ ቁባኑ ህንቱቅን” ጄዼ። ሰነ ቦዴ ሴጠን ፉለ ዋቀዮ ዱራ በኤ ዴሜ። Viz kapitola |