Iyyoob 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Ati isaa fi mana isaatti wanta inni qabu hundumaattis naannessitee dallaa hin ijaarree ree>> Hojii harka isaatii in eebbifteef; qabeenyi isaas biyyicha keessatti in baay'ate. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ati naannoo isaatti, warra mana isaa jiraatanii fi waan kan isaa taʼe hundatti dallaa ijaarteerta mitii? Ati akka bushaayee fi loon isaa biyyicha guutaniif hojii harka isaa eebbifteertaaf. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አት ናኖሳት፣ ወረ መነሳ ጅራተኒፊ ዋን ከንሳ ተኤ ሁንደት ደላ እጃርቴርተ ምቲ? አት አከ ቡሻዬፊ ሎንሳ ብይቸ ጉተኒፍ ሆጂ ሀርከሳ ኤብፍቴርታፍ። Viz kapitola |