Iyyoob 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Namni maqaan isaa <<Iyoob>> jedhamu tokko biyya Uz keessa ture; namni kun hir'ina kan hin qabne, nama yaada qajeelaa, nama Waaqayyoon sodaatu, hamaa irraas kan gore ture*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Biyya Uuzi jedhamu keessa nama Iyyoob jedhamu tokkotu ture. Namichi kunis nama hirʼina hin qabnee fi qajeelaa, nama Waaqa sodaatuu fi hammina irraa fagaate ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ብየ ኡዝ ጄዸሙ ኬሰ ነመ እዮብ ጄዸሙ ቶኮቱ ቱሬ። ነምች ኩንስ ነመ ህርእነ ህንቀብኔፊ ቀጄላ፣ ነመ ዋቀ ሶዳቱፊ ሀምነራ ፈጋቴ ቱሬ። Viz kapitola |