Online Bible

- Reklamy -




Isaayyaas 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Waaqayyo gooftaan maccaa hambaa yartuu ishee utuu nuuf hambisuu dhabaate, akka Sodoom in taana, Gomoraas in fakkaanna turre*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Utuu Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu hambaa muraasa nuuf hambisuu baatee, nu silaa akkuma Sodoom taanee, Gomoraas fakkaanna turre.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ኡቱ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ ሀምባ ሙራሰ ኑፍ ሀምብሱ ባቴ፣ ኑ ስላ አኩመ ሶዶም ታኔ፣ ጎሞራስ ፈካትነ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat




Isaayyaas 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy