Isaayyaas 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Mandarri Xiyoon akka gordomoo iddoo dhaabaa waynii jiruu fi akka godoo iddoo dhaabaa buqqee dheedhii nyaatamu jiru, akka mandara diinni marses in taati. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Intalli Xiyoon akkuma daʼannoo iddoo dhaabaa wayinii keessaatti, akkuma daasii lafa qotiisa buqqee keessaatti, akkuma magaalaa marfame tokkootti dhiifamti. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 እንተል ጥዮን አኩመ ደአትኖ እዶ ዻባ ወይኒ ኬሳት፣ አኩመ ዳሲ ለፈ ቆቲሰ ቡቄ ኬሳት፣ አኩመ መጋላ መርፈሜ ቶኮት ዺፈምት። Viz kapitola |