Online Bible

- Reklamy -




Isaayyaas 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Biyyi keessan in one, mandaroonni keessanis ibiddaan in gubaman; utuma isin ilaaltanii ormi wanta maasii keessan keessatti biqilu in nyaata; biyyi keessan akka waan ormi qabatetti in barbadaa'a;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Biyyi keessan duwwaa hafteerti; magaalaawwan keessan ibiddaan gubamaniiru; alagoonni fuuluma keessan duratti lafa qotiisaa keessan saamu; akkuma waan ormi ishee saameettis onti.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ብይኬሰን ዱዋ ሀፍቴርት፤ መጋላወንኬሰን እብዳን ጉበመኒሩ፤ አለጎን ፉሉመኬሰን ዱረት ለፈ ቆቲሳኬሰን ሳሙ፤ አኩመ ዋን ኦርም እሼ ሳሜትስ ኦንት።

Viz kapitola kopírovat




Isaayyaas 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy