Isaayyaas 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Gubbee mataa keessanii jalqabee hamma faana miilla keessaniitti fayyaa miti; guutummaatti rukutamaa, dirmammaa'aa, madaa ho'aa dhas; inni walitti hin deebine, hin hidhamne, dhadhaadhaanis hin sukkuumamne*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Faana miilla keessaniitii hamma gubbee mataa keessaniitti, fayyaa hin qabdan; madaa fi dirmammuun, madaan dhiigu, kan hin qulqulloofne yookaan hin maramne yookaan zayitiidhaan hin laafne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ፋነ ሚለኬሰኒቲ ሀመ ጉቤ መታኬሰኒት፣ ፈያ ህንቀብደን፤ መዳፊ ድርመሙን፣ መዳን ዺጉ፣ ከን ህንቁልቁሎፍኔ ዮካን ህንመረምኔ ዮካን ዘይቲዻን ህንላፍኔ። Viz kapitola |