Isaayyaas 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Mataan keessan guutummaatti madaa'eera, lapheen keessan raawwatee dadhabeera; egaa si'achi eessa akka isin rukutan barbaaddu>> Maaliifis diduutti jabaattu>> Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Isin siʼachi maaliif rukutamtu? Maaliif fincila keessa jiraatu? Mataan keessan guutuun miidhameera; garaan keessan guutuunis dadhabeera. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን ስአች ማሊፍ ሩኩተምቱ? ማሊፍ ፍንጭለ ኬሰ ጅራቱ? መታንኬሰን ጉቱን ሚዸሜረ፤ ገራንኬሰን ጉቱንስ ደዸቤረ። Viz kapitola |